Xurree ittiin seenan

Breaking News

Baqattoonni Oromoo 3700 Ammaa Solooloo jiru


Ajjeechaa ji’a Bitootessaa keessa Raayyaan Humna Ittisa Biyyaa jiraattota irratti taasise ka baqatan lammileen Oromoo hedduun ammas Keeniyaa, Solooloo jiru. Hedduun baqattoota kanaas ofirra ka deebi’an yoo ta’an ammas baqattoonni kuma sadii ol Solooloo buufata baqataa Dambalaa Fachaanaa jedhamu keessa jiru.

Dahoo yerooo baqattoonni Oromoo keest jiraachaa jiran, Dambalaa Fachaanaa, Keeniyaa
Dahoo yerooo baqattoonni Oromoo keest jiraachaa jiran, Dambalaa Fachaanaa, Keeniyaa

Baqattoonni kun ofirra deebi’uu feenus haalli nageenyaa naannoo Moyyaalee amansiisaa miti jechuun yoo dubbatan, bulchiinsi Aanaa Moyyaalee garuu baqattoonni kun akka itti ofirra deebi’aniif Mootummaa Keeniyaa duuka maraiyataan jira jedha.

Galmoo Daawit waan qindeesse qaba.

Baqattoonni Oromoo 3700 Ammaa Solooloo jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:57 0:00

XS
SM
MD
LG