Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dararaa Mana Hidhaa fi Gabaasa Dokmantarii


Gabaasa Vidiyoo ''Haqa Dararame'' Jedhu kalleessa dhihaate kan akkaan isaa gaddisiisee fi Dararaaf rakkoon hidhamtootaa biyya Itiyoophiyaa keessatti raawataa turan kan namni dhagayee fi tibba kana gabaafamee ol wan heddudha jedhan kaneen gabaasicha hordofa.

Seenaan kun akka lamuu hin deebine irra baramuu kan qabuu fi dhaabilee walabaa olaantumaa seera kabajanii kabajsiisan ijaaruun fala filanoo hin qabne jedhamee jira.

Muktaar Jamaal dabala qaba

please wait

No media source currently available

0:00 0:11:12 0:00

XS
SM
MD
LG