Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dargaggoo Bu'aalee Teknooloojii Tajaajilawwan Addaa Kennan Kalaqaa Jiru


Israa'el Beellamaa, 'Ethio Innovation Center' irraa

Israa'el Beellamaa jedhama. Giddu Galeessa Qorannoo fi Qo'annoo "Ethio Innovation Center" jedhamu hundeessuun geggeessaa jira. Israa'el, kalaqoota Teknoolojii kanneen akka teknooloojii ittiin Konkolaataa irraa hanna eegan, Daa'imman mana keessatti ittiin to’atanii fi kanneen biroo hojjechuu isaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himee jira.

Naakoor Makaa Israa’elii waliin dhimma kana irratti mari'atee jira. Hordofaa.

Dargaggoo Bu'aalee Teknooloojii Tajaajilawwan Addaa Kennan Kalaqaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:27 0:00

Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG