Xurree ittiin seenan

Dorgommii kilaboota Kubbaa Miilaa Oromoo Amerikaa Kaabaa Minisootaatti itti jiran

  • Soraa Halakee

Dorgommii guyyaa shaniin duratti jalqaban tana kilaboota kubbaa miilaa godina Amerikaa akka akkaa keessa jiran 24 ti torbaan tokkoof waliin taphata. Federeshiinii Ispoortii Oromoo Amerikaa Kaabaa(North America) baruma baraan qopheessaa tun dorgommii 21essoo.

Amma magaalaa St Paul istaadiyoomii James Griffin keessatti taphachuutti jiran.

Kilabootii amma taphachuutti jiran kun hagii tokko baranuma jalqabee hagii tolko ka keessa turelleen hinuma jira.
Ijoolleen kilabii tattana keessa taphatan hagii tokko kilabii kubbaa miilaa Amerikaa diviziyoona olaanaallee keessa jiran.

Qophii kalee keessaa hagii tokko kunoo.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG