Xurree ittiin seenan

Breaking News

Biqiltuulee Firiin Isaanii Nyaataaf Tahu Dhaabuun Akka Jireenya Eegeree Isaaniif Abdii Kenne Dubbatu, Qonnaan-bultoonni 


Sagantaan biqiltuu dhaabuu Ashaaraa magariisaa jedhamu marsaan 2ffaan godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffamaa oole.

Prezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Dagamitti argamuun hoggantoota mootummaa olaanoo fi ummata waliin biqiltuu dhaabanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Biqiltuulee Firiin Isaanii Nyaataaf Tahu Dhaabuun Akka Jireenya Eegeree Isaaniif Abdii Kenne Dubbatu, Qonnaan-bultoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:56 0:00


XS
SM
MD
LG