Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABO, KFO fi PBOn Hoogganoonni, Misoonsonnii fi Deggertoonni Isaanii Hedduun Ka Jalaa Hidhaman Tahuu Himatan  


Dhaabbileen siyaasaa Naannoo Oromiyaa keessa socho’an sadii, mootummaan ajjeechaa Aritiist Haacaaluu Hundeessa sababeefachuudhaan miseensotaa fi degertoota isaanii akka jalaa hidhaa jiru himatan.

Kanneen hidhaman keessaa irra jireessi akka mana murtiitti hin dhihaatiin illee dubbatan. Abban alangaa Federaala gama isaatiin nama yakka raaw’achuutti shakkamee hidhame irraa kan hafe namni ilaalicha siyaasaa isaatiin hidhame hin jiru, jedha.

Gabaasaa isaa guutuu caqasaa

ABO, KFO fi PBOn Hoogganoonni, Misoonsonnii fi Deggertoonni Isaanii Hedduun Ka Jalaa Hidhaman Tahuu Himatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:57 0:00



Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG