Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ekkilips: Guyyaa Saafaatu Dukkanaa’e


Guyyaa har’aa baatiin ykn ji’i guutummaa US keessatti ija biiftuu dukkaneessiti kan “Eclipse” jedhamutu ta’uuf jira. Gaaddidduun ishee kutaa Oregon, walakkeessa Ameerikaa qabee hamma andaara galaana Atlaantikii kutaa South Carolianatti biiftuu dukkaneessuuf jira. Dr. Tulluu Bantii Baacaa “kutaa Washington keessa kan jiru “White Worth University”tti barsiisaa barnoota Physics ti. Haala isaa nuuf ibsaniiru.

Ekkilips: Guyyaa Saafaatu Dukkanaa’e
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:08 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG