Xurree ittiin seenan

Breaking News

Faalama Qilleensaa fi Teeknooloojii Haaraa


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Faalama qilleensaa kan kaarboon Daay Oksaayidiin(CO2) dhufu addunyaa irraa dhabasisuuf kan gargaaran Teeknooloojii haaraan argamaa jiran.

Kaayyoon jiruus bara 2050tti addunyaa mara irraa faalama qilleensaa guutuummaatti dhabamsiisuu kan jedhu.

Kana gochuufis mootummonni addunyaa irra jiran martii akka teessuma lafa biyya isaanti teeknooloojii haaraa kanaaf maallaqa hagamii gumaachuu qabu kan jedhu ilaalamuu qaba jedha gabaasnii Maariyaamaa Diyaaloo Sagalee Amerikaa irraa ergiite. Caqasaa.

Faalama Qilleensaa fi Teeknooloojii Haaraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:32 0:00


XS
SM
MD
LG