Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoon Lixa Kibba Itiyoophiyaa taasifameera


Filannoon Lixa Kibba Itiyoophiyaa taasifameera
Filannoon Lixa Kibba Itiyoophiyaa taasifameera

Bulchiinsa Mootummaa Itiyoophiyaa keessatti naannoo 11faa hundeessuudhaaf sirnii filannoo uummatootaa lixa kibba Itiyoophiyaa taasifame.

Filanichii zoonii 5 fi aanaa addaa tokko keessatti kan taasifamee yemmuu ta’u, naannoo uummatoota kibbaa keessatti bakkewwan filannoon feederaala marsaa 6faan itti hin taasifamnatiis filannoon taasifamuu isaa gabaasa kana irraa beekun danda’ameeraa.

Gama biraatiin Mootummaa naannoo Sidaamaa mootummaa haaraa hundeesudhaan obbo Dastaa leendaamoo prezidaantii taasisee muuduun isaa gabaasaan VOA Yoonataan Zebdiyoos Boongaa irraa gabaaseera.

XS
SM
MD
LG