Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Afgaanistaan irratii kufaatiin tarsiimoo akka jiru jeeneraalli Amerikaa dubbatan


Yunaayitid isteets waraan ishee Afgaanistaan keessaa baasuu irratti  k jeneraalonni dhugaa bahiinsa kennaa jiran
Yunaayitid isteets waraan ishee Afgaanistaan keessaa baasuu irratti  k jeneraalonni dhugaa bahiinsa kennaa jiran

Yunaayitid isteets waraan ishee Afgaanistaan keessaa baasuu irratti karaa loojistiikaatiin mikaa’amuus kufaatiin tarsiimoo garuu uumamuu isaa dura ta’aan ajajootaa waraanaa biyyatii Jeeneraal Maarki Miiliiyi himaniiru.

Jeneraal maark Yunaayitid isteets Ajajaa waraanaa walakkeessaa kan ta’an Jeeneraal Frannk Maak keekeenzii wajjan ibsa kennan keessatti akka jedhanitti loltoonii 2500 akka afgaanistaanii turan yaadaa kennanus fudhatama argachuu akka hin dandeenye dubbataniiru.

Prezidaant joo Baayidan akka yaada gorsitootaa isaanii hin fudhanee Jeeneraal Maark dubbatanus waayit haawus garuu ammas murtoon waraana biyyatii Afgaanistaani baasuu presidaant Baayidan dabarsan sirii akka ta’e ibseeraa.

XS
SM
MD
LG