Xurree ittiin seenan

Dubbiin Filannoo Keeniyaa Kamisa dhufu Ta’uuf Deemu Yaada Lammilee Biyyattii Kan Gargar Hire


Raayilaanis kaleessa dubbii gaazexaa Keeniyaa ‘Daily Nation’ jedhamuuf dubbataniin ‘Injifannoo Keeniyaattaa akka hin fudhanne himaniiru.

Filannoon pireezedaantummaa Keeniyaa kamisa dhufu lafaa ammas gaggeeffama. Filannoo kana irratti Dorgomaan Paartii Mormituu Raayilaa Odiingaa filannoo kana lagachuu isaanii yaada waa’ee filannoo kanaa lammileen Keeniyaa qaban gargar hireera. Jiraattuun Keeniyaa Kutaa Meeruu Uhuuruu deeggartu, Aliimaa Guyyoo jedhamtu Raadiyoonii VOA’f filannoo prirezedaantummaa kana baatee filachuuf akka jettu yoo himtu; deeggaraan Raayilaa Odiingaa Ka magaala Kisuumuu jiraatu garuu filannoo kana akka bahee hin filanne dubbateera.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG