Xurree ittiin seenan

Mugaabeen Ambaasadarummaa WHOf Muudamanii, Battaluma Kaafaman

  • VOA

Prezidaantii Zimbaabwee, Roobert Mugaabee

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa, ka Tokkummaa Mootummootaa, Prezidaantii Zimbaabwee – Roobert Mugaabee Ambaasaddara kabajaa jaarmayichaa chuun muuduu isaatti eega mormiin hedduun biyyattii keessaa fi alaa itti ka’ee booda, yaada isaa jijjiiruun har’a muuda sana irraa kaasee jira.

Daarektara muummee Jaarmayicha Fayyaa Addunyaa, ka WHO ka ta’an – Tewoodiroos Adhaanoom Gebre-yesuus, kaleessa Prezidaant Mugaabeen akka Ambaasaaddarra kabajaa Who tahan murtii jaaramayaan isaanii dabarse kaleessa ennaa ibsan, “mutiin kun, fedha ol’aanaa Jaarmayaa Fayyaa Addunjyaa irraa ka madde” jechuun ibsan.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG