Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walgahiin Gamtaa Afrikaa Finfinnee Keessatti Gaggeeffamaa Jira


Walgahiin ministeeroota haajaa alaa kan agamtaa Afrikaa inni 39ffaan, har’a Finfinnee keessatti banamee jira.Weerarrii dhukkuuba KOOVIID-19 eega dhufee kaasee walgahii sadarkaa olaanaa qaamaan argamuun gaggeffamu ta’e jira.

Ministeeroonni haajaa alaa fi ministeeronni kanneen biroon guyyaa lamaaf dhimmoota adda addaa ajandaa irra qaban irratti dubbatu.Kunis, waaltaa to’annaa dhukkubootaa kan Gamtaa Afrikaa akka hojii akka jalqabuu gochuu kan jedhu kan of- keessa qabu ta’u, komishinni gamtaa Afrikaa agarsisee jira.

XS
SM
MD
LG