Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubartoonni Paarkii Inxooxxoo Keessatti Carraan Hojii Kennameef Galiin Argannu Gahaa Miti, Jedhu


Dubartoonni Paarkii Inxooxxoo Keessatti Carraan Hojii Kennameef Galiin Argannu Gahaa Miti, Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:13 0:00

Waldaa dubartoota gullallee baalaa fi qoraan funaananii gurguraa turanii fi amma paarkii Inxooxxoo keessatti carraa hojii argatanii, ammallee galiin isaan argatan xiqqaa ta'uu, Sagalee Ameerikaaf ibsee jira.

Hojiin amma hojjechaa jiran ka daldala nyaata samsamee fi lallaafaa gaarii ta'us bu'aan miseensonni waldichaa qooddatan gahaa akka hin taane ibsan, miseensonni waldichaa.

Waajjirri dhimma dubartootaa fi daa'immanii, ka bulchinsa kutaa magaalaa Gullallee gama isaatin rakkoo haadholiin kaasan furuuf dhiyeenya kana qorannoo eegaluu isaa dubbata.

Yaadawwan Ilaali (1)

XS
SM
MD
LG