Xurree ittiin seenan

Breaking News

Fooliin Hindaaqqoo Bookee Busaa Akka Hari’u Qorannaan Mirkaneesse


Fooliin Hindaaqqoo Bookee Busaa Akka Hari’u Qorannaan Mirkaneesse
Fooliin Hindaaqqoo Bookee Busaa Akka Hari’u Qorannaan Mirkaneesse

Biyyoota Afrikaa Uffee Sahaaraa gadii keessatti dhukkubni Busaa rakkoo guddaa ta’uun isaa beekamaadha. Garuu qorannaa haaraan maxxanfame abdii hanga tokko kennee jira. Dhukkuba bookee ykn biinnii busaan daddabru kana irratti biyya keessaa fi biyya Siwiidin irraa hayyoonni qorannaa gaggeessan. Isaan keessaa tokko Dr Kaasaahuun Taddasaa Jaallataa ti.Wallaggaa Yunivarsitii keessatti gargaaraa profesaraa fi barsisaa barnoota Biyoloojii turan.Waa’ee qorannoo kanaa ibsanii jiru.

Gaaffii fi deebii isaanii dhaggeeffadhaa.

Fooliin Hindaaqqoo Bookee Busaa Akka Hari’u Qorannaan Mirkaneesse
please wait

No media source currently available

0:00 0:13:17 0:00
Xurree marsariitii

XS
SM
MD
LG