Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazeexxeessotaa Ajjeefamaniif Kan To’annaa Jala Oolee Hin Jiru


Faayilii - Gaazexeessota Afigaanistan bakka haleellaan boombii itti dhaqabetti hojiirra jiran, Gurandhala 9, 2021

Dhuma torban dabree irra Afgaanistaan keessatti Gaazexxeessonni Filiipiins fi Meeksikoo kan ajjeefaman yoo ta’u inni sadaffaan immo haleellaa irra ga’e irraa lubbuun hafee jira.Kanaaf Gaazeexxessummaan hojii bala’amaa dha jedhamee jira.

Yuneeskoon akka jedheetti erga bara 2016 as addunyaa irratti lakoobsii Gaazeexxeessoota ajjeefamanii 400 kan caaluu yoo ta’u inni ammaa kun immoo lama itti dabalamee jira.

Garu yakka ajjeechaa dhaqqaban kanaaf itti gaafatamaan tokko to’annaa jala hin ollee.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Gaazeexxeessotaa Ajjeefamaniif Kan To’annaa Jala Oolee Hin Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:23 0:00


Yaadawwan Ilaali (4)

XS
SM
MD
LG