Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazexeessaa Ibraahiim Hajii Alii  Du'aan Boqatan


Suuraan kun gaazexeessaa Ibraahiim Hajii Alii OBN irratti gaafi fi deebiif yeroo dhihaatanii turan irraa an fudhatame
Suuraan kun gaazexeessaa Ibraahiim Hajii Alii OBN irratti gaafi fi deebiif yeroo dhihaatanii turan irraa an fudhatame

Gaazexeessaa, Artiistii fi qorataa Afaan Oromoo ta'un guddina afaanicha keessatti gumachaa guddaa qabaataa kan turan Ibraahiim Hajii Alii du'aan boqatan.

Ibraahiim Haji Aliin Hagayya bara 2012 eegalee dhukkubsachaa kan turan yoo ta’u, hamma Kibxata Muddee 22 galgala lubbuun isaanii dabartutti tajaajiila fayyaa argachaa turan.

Sirni awwaalchicha har’a Muddee 23 bara 2020 magaalaa Finfinnee keessa bakka awwaalcha musleemootaa Kolfeetti bakka maatiin, firottannii fi dinqisifattoonii isaanii argamaniitti raawwateera.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Gaazexeessaa Ibraahiim Hajii Alii  Du'an Boqatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:16 0:00


XS
SM
MD
LG