Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABO-n Hoggansi Dhaabbatichaa fi Gazexessitoonni SBO Hidhamuu Himate


Paartiin Badhaadhinaa himannaan ABO maqa balleessii dha jedha

Addi Bilisummaa Oromoo Obbo Daawuud Ibsaan hogganamuu hooggansa dhaabichaa fi gaazeexxessoota sagalee dhaabichaa mootummaan na jalaa hidhee jechuun himatee jira.

Muddee 11 bara 2013 ganama miseensoonni dhaabaa 10 mana jireenyaa isaaniitii Poolisii Oromiyaatiin fudhatamuun ibsamee jira.

Komii dhiyaate kana irratti paartiin badhaadhinaa deebii kenneen, yakka keenya malee maqaa nu xureessuu jedhee jira.

Gabaasa Tsahaay Daamxoo Finfinnee Ergitee Caqasaa.

ABO-n Hoggansi Dhaabbatichaa fi Gazexessitoonni SBO Hidhamuu Himate
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:33 0:00


XS
SM
MD
LG