Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Nuti Walabummaatti isaan isaan yoo mi’aa bilisummaa dhandhaman nuti garuu haga yoonaa walbummaa hin argin jirra’ - Gaazexeessaa Iskindir Naggaa


Gaazexeessaa ‘Iskindir Naggaa ayyaana dhaabbati mirga namoomaa Amineestii Internaashinaal guyyaa walabummaa piresii Yookiin Saba Himaalee addunyaa Keeniyaa, Naayiroobiitti qopheesse irratti argamuuf Naayiroobii seeneera.

Iskindir guyyaa kabaja ayyaana kanaa irratti haasawa akkasumas muuxannoo fi mudannoo hojii gaazexeessummaa irratti isa mudate nama ayyaana kana irratti argameef akka hiru dhaabbatichi beeksiseera. Harras addatti yoo Sagalee Ameerikaaf dubbatu Iskindir, ‘Itiyoophiyaan biyyoota Afriikaa kaaniif mallatoo walabummaa taatee utuu jirtuu mirgi yaada ofii bilisaan ibsachuu biyyattii keessatti waan hin kabajaminiif biyyattiin fakkeenya biyyoota mirgi namoomaa keessatti hin kabajamne taatee haftee’ jedhe.

‘Nuti Walabummaatti isaan isaan yoo mi’aa bilisummaa dhandhaman nuti garuu haga yoonaa walbummaa hin argin jirra’ - Gaazexeessaa Iskindir Naggaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:16 0:00

XS
SM
MD
LG