Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gabaasa Haala Filannoo Itiyiyoophiyaa Irratti Dhihaate


Magaala Finfinnee (suuraa faayilii)
Magaala Finfinnee (suuraa faayilii)

Dhaabbatoonni As Yunaayitid Isteetis Keessa Maadheffatan Lama Haala Filannoo Itiyiyoophiyaatii Duraa Xiinxaluudhaan Gabaasaa Waloo  Baasan 

Caamsaa 9 irraa jalqabee hanga 26tti xiinxala filannoodhaa duraa sadarkaa ol’aanaa waa’ee filannoo Itiyoophiyaa irratti geggeessamee booda, Naashinaal Dimookiraatik Institiyuutii(NDI) fi Internaashinaal Rippaabilikaan Institiyuut yokaan IRI gabaasaa waloo, ka dhimma qophii filannoo Itiyoophiyaa Waxabajjii 5, bara 2021tti karoorfametti fuuleffatu baasanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Gabaasa Haala Filannoo Itiyiyoophiyaa Irratti Dhihaate
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:26 0:00


XS
SM
MD
LG