Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godina Konsoo keessatti namoonni 7 du’an


Adabaabaayii Samuudss, Hawaasaa, Sadaasa 19, 2019

Bulchiinsaa naanoo kibbaa Itiyoophiyaa Godinaa konsoo keessaatti walti bu’iinsa umameen namoonni 7 du’uu isaanii jiraattonii VOA ti himaniiru.

Waltti bu’iinsii kun kan dhalate jiraattotaa zoonochaa keesaa ammii tokko bulchiinsii aanaa addaa akka kennamuuf gaafachuu isaaniitiin wal qabateeti jedhameera.

Itti gaafatamaan biiroo tikaa fi nageenyaa bulchiinsa naannoo kibbaa Obbo Alamaayyoo Baawidii akka VOA ti himanitti jeequmsa kanaan walqabatee namoonii shakkaman 70 ta’an too’annoo jalaa oluu isaanii akka dubbatan gabaasin Yoonaatan Zebdiyoos ibseera.

Yaadawwan Ilaali (2)

XS
SM
MD
LG