Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amaanee Badhaasoo Miseensummaa Koongiresii Yunaayitid Isteetisiif Dorgomuuf Qophaawaa Jirti


Amaanee Badhaasoo Miseensummaa Koongiresii Yunaayitid Isteetisiif Dorgomuuf Qophaawaa Jirti
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:17 0:00

Ijoollummaa ishee biyya Itiyoophiyaa, naannoo Oromiyaa irraa gara Yunaayitid Isteetis ka dhufte, achii boodas kutaa Minesootaa keessatti tajaajila adda addaa ka kennaa turtee fi duulawwan siyaasaa paartii dimookiraatii ka naannawa ishee fi biyyaalessaatti hirmaataa ka dubree Amaanee Badhaasoo, filannoo miseensota mana-maree Yunaayitid Isteetis bara dhufu geggeessamu irratti, Magaalaa Miniyaapoolis-Seent Pool irraa dorgomu

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG