Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaalee Baalee Lamaanitti Namamoonni 900,000 Deeggarsa Midhaan Nyaataa Akka Barbaadan Himame   


FAAYILII - Namoota qehee irraa buqahanii Barbaree keess qubatan, Baalee, Bara 2019

Godinaalee Lameenitti hoongeen hammaatee namoota 900,000 ol hanqina midhaan nyaataaf akka saaxile angawootni godinaalee lameenii dubbatan. Waajjirri Sodaa Balaa Godina Baalee akkasumas kan Baale Bahaa, ganna sadan darbaniif bokkaan adda cituun jiraattota baddaa jiraatan irratti dabalatee aanaalee gammoojjii hedduu keessatti rakkoo hongee sababa ta’uu himee, ammas roobni kun yeroon sirriitti roobuu baannaan jiraattonni rakkoo kana caaluuf saaxilamuuf deemu, jedhan.

Jiraattonni gama isaaniin deeggarsi kennameef gahaa akka hin taane dubbatu. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Godinaalee Baalee Lamaanitti Namamoonni Kuma 900 Deeggarsa Midhaan Nyaataa Akka Barbaadan Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:42 0:00

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG