Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haala Miidiyaalee Itti Dhimma Hidha Laga Abbayaa Gabaasan Irratti Hayyoonni Itoophiyaa Komee Dhiheessan 


Kan Itiyoophiyaan ijaaraa jirtu – hidha laga Abbayaa ilaalchisee akkaataan itti sabaa-himaaleen yokaan miidiyaaleen itti gabaasan, kan itti fayyadama biyyoota dhooqa lagichaa jajjabeessu miti, jechuudhaan hoyyoonni marii gidduu kana magaalaa Baahir Daaritti geggeessametti hirmaatanii fi toora sanaa qorannaa geggeessan dubbatanii jiran.

Maddeen oduu tokko tokko, dhimma hidha laga Abbayaa Itiyoophiyaaf dhimma birmadummaa biyyaa, Masriif ammoo dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuu taasisanii galmeessuun isaanii, haqaa fi waloon itti fayyadama bishaanichaa irratti dhiibbaa uumee jira, jehdu hayyoonni kun.

XS
SM
MD
LG