FINFINNEE —
Godinaa Harargee Bahaa, aanaa Minoo Qumbii keessatti, hidhattoonni bulchiinsa naannoo Somaalee irraa dhufan uummatatti dhukaasa banuun, namoota lama madeessuu isaanii jiraattonni aanichaa VOAtti himanii jiran. Namoonni rasaasaan madaawan sun yeroo ammaa Hospitaala Hararii keessatti wal’aanamaa jiru, jedhu.
Qaamni mootummaas kanuma mirkaneesse. Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa.
Yaada kenni