Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haawwanii fi Qarreewwan Hiriira Mormii Ba'anii Jiru


Faayilii - Deeggartoota Obboo Baqqalaa Garbaa bara 2018 yeroo inni hidhaa keessaa gadhiifamu gammachuu ibsachaa turan, Guraandhala 14, 2018, Adaamaa
Faayilii - Deeggartoota Obboo Baqqalaa Garbaa bara 2018 yeroo inni hidhaa keessaa gadhiifamu gammachuu ibsachaa turan, Guraandhala 14, 2018, Adaamaa

Godina Harargee Bahaa magaalaa Awwadaay keessatti Dilbata dabree akkasumas Godina Harargee Lixaa Magaalaa Hirnaa keessatti Kibxata kaleeessaa Hawwanii fi shamarran ykn Qarreen hiriira mormii ba'anii jiran.

Kanneen hiriiran kana keessaa kan hidhaman akka jiran ibsamee jira.

Angawoonni immo deebii kennaniin hiriirri sun kan seeraan alaati jedhu.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Haawwanii fi Qarreewwan Hiriira Mormii Geggeessan
please wait

No media source currently available

0:00 0:14:11 0:00


XS
SM
MD
LG