Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriirri Mormii Waajjira VOA Fuulletti Geggeessame


Hiriirri Mormii Waajjira VOA Fuulletti Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:59 0:00

Hiriirri Mormii Waajjira VOA Fuulletti Geggeessame

Dhalattoonni Tigraay as Washington fi naannoo ishee jiran har’a waajjira haadhoo Sagalee Ameerikaa fulleetti hiriira gggeessanii jiran. Dhaadannoolee isaan dhageesisan keessaa, VOAn meeshaa olola Abiy, VOA qaama fixiinsa Tigraay ta’uu dhiisi, VOAn loogii geggeessa.

Tigryaan hangina nyaataa hamaatu isa mudatee jira, boombii utuu hin ta’in nyaati samii irraan haa bu’uuf, jamaa dhaan uummata ajjeesuun haa hafu. Ka jedhutu keessatti argama.

VOA saganta Afaan Amaaraa fi Afaan Tigree loogii geggeessitan dhaabaa jechuu dhaan komii qaban dhageessisaniiru. Mormii waajjira VOA duratti geggeessame kanaaf bulchiinsa dhaabbaticha biraa deebiin kenname hin jiru. Akkuma arganneen kan dhiyeessinu ta’a.

XS
SM
MD
LG