Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojii Balfa Gogaa Kaasuu Dargaggoonni Uummatan  


Magaalaa Amboo keessatti dargaggootni Balfa Goggogaa kaasuurratti hojjataa jiran ofirra darbanii dargaggoota biroo afuriif hojii uumne jirra jedha, dargaggoo Taammiraat Dellelaw.

Hojii Balfa Gogaa Kaasuu Dargaggoonni Uummatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:16 0:00

Dhaabbatni Tajaajila Balfa Goggogaa kaasuu “Yaadnee” jedhamu kun waggaa tokkoofi walakkaa dura yeroo hundeeffamu maammiloota 200 qaba, yeroo ammaa garuu maammila 1100 tajaajilaa jira, jedha hundeessaan dhaabbatichaa, dargaggoo Taammiraat.

Gara fuuladuraattis, warshaa balfa goggogaa kana irra deebiin tajaajilarra oolchu akkasumas warshaa qonnaan bulaaf xaa’oo oomishu dhaabuuf karoorfatanii akka hojjetan dubbata. Dargaggootni osoo hojiin hin tuffatiin, hojjatanii jijjiramuu qabu, nurraa barachuu qabu, jedha.

XS
SM
MD
LG