Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ibsa ABO Obbo Daawud Ibsaan Hoggganamu


Addi Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaan hoggganamu tumsaa fi wal-hubannaa dhaabbilee Oromoo jiddu jiru cimsuun dantaa ummataaf akka hojjatu, ibsa har’a magaalaa Finfinneetti kenneen beeksisee jira.

Waliigaltee Hagaya torba Motummaa Itiyoophiyaa fi ABO Obbo Daawud Ibsaan hogganamu giduutti mallatteessame bu'uura godhachuun hoggansa dhaabichaa dhihootti gara biyyaa galuuf simanaa taasisuuf, koreen sadarkaa giddu-galeessatti namoota 12 of keessa qabu hunda’ee sochii simanaa jalqabuu isaa, jilli dhaabichaa, ibsa har’a, Hoteela Ililliitti kenneen beeksisee jira.

Muktaa Jamaal tu Finfinnee irraa gabaase.

Ibsa ABO Obbo Daawud Ibsaan Hoggganamu
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:02 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG