Xurree ittiin seenan

Imala Godaansaa Gara Awrooppaa Godhamu Keessa Ijoollee Harki Caalaan Acuuccaa fi Dhitaa Mirgaa Hammaataa Argan Jedhame

  • VOA

Qorannoon Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti dameen ramaddii maalaqqa qarqaarsa ijoollee fi Dhabbanni Baqatoota Addunyaa wajjin hojjatanii akka agarsiisutti ijoollee fi dargaggoota gara Awrooppaa godaanan harka afur keessaa harki sadii karaatti acuuccaa fi dhiitaa mirgaa hammaataa ta’eef saaxilaman.

Ijoollen kun baayinaan Ayvoorii koostii, Gaambiyaa fi Nayjeeriyaa akkasumas biyyota Dhiha Afrikaatii ta’uu isaanii an ibsu gabaasichi ijoolleen irra-caalaa hameenyi irratti hojjatamuu garuu biyyota Afrikaa Uffee Saharaatii gadii godanan akka ta’an tarreessa.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG