Xurree ittiin seenan

Breaking News

Donaald Traamp: Shororkaan Guyyaa Balaafamaa Sana Amerikaatiin Mudate Sammuu Keenya Keessaa Yomiyyuu Hin Badu


Waggaan 16ffaa balaan shororkeessitoota inni hamaan dachee Amerikaarratti qaqqabee hara'aa yaadatamee oolera. Shororkaaffii gara jabbinni guyyaa balaafamaa sana Amerikaatiin mudate sammuu keenya keessaa yomiyyuu hin baduu jedhan, hoganaa biyyaatti ta'anii ergii filatamani as yeroo jalqabaatiif Yadannoo balaa shororkessitoota bara 2001 yaadatanii kna olan Presidnantiin Amerika Donaald Traamp.

Sirni yaadannoo kun Washington Dc, Pensilveniyaafi Niiw Yorkitti ta'ee oleera. Masaraan White House ganama har'aa yeroo muraasaaf callisaan dabarseera.

Donaald Traamp: Shororkaan Guyyaa Balaafamaa Sana Amerikaatiin Mudate Sammuu Keenya Keessaa Yomiyyuu Hin Baduu
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:01 0:00

XS
SM
MD
LG