Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Qajeelfama Koovid 19 Ittisuuf Baaste Akka Hojiirra Oolchitu Beeksiste 


(Suuraa faayilii)

Bitootessa 20 bara 2013 irraa egalee, qajelfamni vaayrasii Koroonaa ittisuuf Fulbanaa 25 bara 2013 bahe akka hojii irraa oolu abbaan alangaa waliigalaa, ka federaalaa beeksisee jira.

Qajeelfamni kun halaa nama dirqisiisuun hagguuggii afaanii fi fuunyaanii malee socho'uun dhorkaa ta'uu, fageenyaa fi qulqulinaa ofi egachuun kanneen qajeelfamicha keessatti eeraman keessa jiran.

Akka qajeelfama sana keessa kaa’ametti taateewwaan hawasumaa kanneen akka Awalchaa, cidhaa,sagantalee gammachuu fi gaddaa waliin qodachuuf tasifamaani kam irrattiyyuu namni 50 oli akka hin hirmanee taasisamee jira.

Itiyoophiyaan Qajeelfama Koovid 19 Ittisuuf Baaste Akka Hojiirra Oolchitu Beeksiste
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:37 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG