Xurree ittiin seenan

Breaking News

Oromiyaa Lixaa Keessatti "Gurmuu Hidhattoota Seeraa-alaa Deggertu," Maqaa Jedhuun Hidhaan Nutti Hammaate, Jedhu Jiraattota Keessaa


Jiraattotni naannoo Oromiyaa Godinaalee tokko tokkoo akka jedhanitti humnoonni nageenyaa mootummaa hidhattoota deggertu, nyaachistu, akkasumas isaan waliin hidhata qabdu jechuun Uummata dararaa jiru jechuun himatu.

Motummaan naannoo Oromiyaa gama isaatiin namoonni hidhamaa jiranii fi Seeraan gaafataman kanneen garee hidhattootaa galaa, odeeffannoo fi wantoota adda addaatiin deggerani jechuun deebise.

Komii hawaasa irraa ka'ee kanaa fi deebii motummaan kenne irratti Ogeessa seeraa dubbisnee jirra.

Oromiyaa Lixaa Keessatti "Gurmuu Hidhattoota Seeraa-alaa Deggertu," Maqaa Jedhuun Hidhaan Nutti Hammaate, Jedhu Jiraattota Keessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:33 0:00


Yaadawwan Ilaali (17)

XS
SM
MD
LG