Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyaan Biyyoota Interneetiin Mi'aa Itti Ta'e Keessaa Afurafaa Dha: Qorannoo


Itoophiyaatti Tajaajila Interneetii Argachuuf Namni Tokko Galii Isaa Dhibba Irraa Harka Diigdama Baasuu Qaba: Qorannoo

Itiyoophiyaa keessatti tajaajila interneetii argachuuf baasiin baasan baay’ee mi’aa ta’uu, qorannaan geggeessame tokko beeksisee jira. “Alliance for Affordable Internet” ka jedhamu, dhaabbatni sadarkaa Addunyaa, biyyoota galii giddu-galaa fi gad-aanaa qaban 58 keessa gatii tajaajila interneetii jiru wal-dorgomsiisuudhaan, Itiyoophiyaa lakkoobsa shantamii shanaffaa irra kaa’e.

Itti-gaafatamaan qorattoota gameeyyii dhaabbata kanaa—Doonaaraash Taakkuu, ibsa Raadiyoo Sgalee Ameerikaaf kennaniin, Itiyoophiyaa keessatti tajaajila interneetii argachuuf namni galii ji’a tokkotti argatu keessaa dhibba irraa harka didgama itti baasuu qaba – jehan.

Itiyoophiyaatti Korporeetii Komiyunikeeshinii Telekomiif hoji-geggeessaa ka tahan – Obbo Ambduraahimaan Mohammed immoo gama kaaniin, “ragaan qorannaa sana keessatti dhihaata karaa lamaan sirrii miti” jechuun falman.

Gabaasa guutuu kana cuqasuun dhaggeeffadhaa

Itoophiyaan Biyyoota Interneetiin Mi'aa Itti Ta'e Keessaa Afurafaa Dha: Qorannoo
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:15 0:00

Yaada kenni

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG