Xurree ittiin seenan

Breaking News

Odeeffannoon Sabaa Himaa Sadarkaa Addunyaa Dhugaa Jiru Dhoksa Jechuun Himata Mootummaan Itiyoopiyaa 


Mootumman Itiyoopiyaa duulle qindaa’e kan sabaa himaalee sadarkaa addunyaan dhiyaataa jiru dhugaa lafa jiru waliin kan wal hin simnee fi hundee kan hin qabaannee dha jedhe.

Mootummaan karaa ministriin dhimma alaa biyyattii ibsa kaleessa baaseen, sabaa himaaleen sadarkaa addunyaa yakkawwan raawwatamaniif mootummaa Itiyoopiyaa yakkuu dhaan gochalee hammeenyaa TPLF dhaga’uu hin barbaadan jechuun himate.

XS
SM
MD
LG