Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jarmayaan Nytaata Addunyaa Fi UNICEF Jigijigaa Daawwaran


Steven wer Omaamoo Itiyoophiyaatti itti gaafatamaa jarmayaa nyaata addunyaa fi Itiyoophiyaatti bakka bu’aan UNICEF Jiilaan Meelsoop magaalaa galma mootummaa naannoo Somaalee Jigjigaatti kan argaman torbanneen darban keessa jeequmsa magaalattii keessatti uumameen miidhaa dhaqqabeef yeroo ammaa gargaarsa namoomaa kennamaa jiru haala akkamii irra akka jiru qorachuuf akka ta’e jarmiyoonni kun ibsi waliin ta’uun isaan baasan beeksiseera.

Hoogganoonni jaarmiyaalee lamaanii waliin ta’uun daawwannaa geggeessaniin haala rakkisaa jiru fooyyessuuf gargaarsi itti dabalaa akkamii akka barbaachisu akkasumas haalaan wal deggeruun akka barbaachisu hubachiisaniiru.

Jarmayaan Nytaata Addunyaa Fi UNICEF Jigijigaa Daawwaran
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:04 0:00

XS
SM
MD
LG