Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jilli Amerikaa Itiyoophiyaa Irraa Deebi’an Maal Jedhan?  


Jilli addaa Yunaaytid Isteets, Jeefrii Feeltman (Suuraa faayilii)
Jilli addaa Yunaaytid Isteets, Jeefrii Feeltman (Suuraa faayilii)

Jilli addaa Jeefrii Feeltman mummicha ministeeraa Abiyyi Ahmad waliin yaalii gama Diploomaasii ta’u maluu irratti dubbatanii Itiyoophiyaa irraa eega deebi’anii booda Kibxata kaleessa oduu gabaastotaaf magaala waashiingtan keessatti ibsa kennaniin, Mummichi ministeera Abiyyii fi TPLF duula waraanaan wal injifachuutti deemaa akka jiru waan amanan fakkaatu jedhan.

Gam lameen wal dura dhaabannaa waraanaa dhiisanii mariif akka ta’anii gochuuf yaaliin ta’e hangi tokko tureera jedhanii garu wanni nu yaaddeesse deemsii raafamaan akkasii fi dhugaa lafa irra jiru kan haala tasgabii fi tokkummaa Itiyoophiyaa mudatee dha jedhan.

Jilli Amerikaa Itiyoophiyaa Irraa Deebi’an Maal Jedhan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:52 0:00
XS
SM
MD
LG