Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paartiin Mormituu Naannoo Somaalee Kaartaa Boordiin Filannoo Lafa Kaa’e Hin Fudhadhu Jedhe


Paartiin walabummaa dimokraasii fi tokkummaa jedhu kaartaa filannoo kan boordiin filannoo dhiyeenya ifa taasise mormee jira.

Paartichi paartilee mormituu naannoo somaalee ka biroo waliin dhimma kana irratti mari’achuu isaa ibsee, martinuu kaartaa filannoo sana akka morman ibsee jira.

Naannoon Somaalee akka kaartaa filannoo sanatti bakka bu’oota 23 kan qabu yoo ta’u lakkoobsa uummataa fi bal’ina naannoo ilaalchisee bakka bu’oota 40 ta’u qabaachuu qaba ture jedhee jira.

Paartiin Mormituu Naannoo Somaalee Kaartaa Boordiin Filannoo Lafa Kaa’e Hin Fudhadhu Jedhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:36 0:00


XS
SM
MD
LG