Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koronaa Vaayrasii Laalchisee Marii Hoogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa Wajjin


Faayilii - Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa, Dr Tolaa Bariisoo
Faayilii - Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa, Dr Tolaa Bariisoo

Namoonni nama Vaayirasii Kooronaa qabu waliin walitti dhufeenyaa fi wal tuttiqqii qaban guyyoota muraasaaf namoota biroo irraa addatti of baasanii turuun tatamsa'ina Vaayirasichaa ittisuuf barbaachisaadha, jedhan hoogganaan biiroo barnoota Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoo.

Lammii Jaappan vaayiraasiin kun keessatti argame waliin hojiif turtii daqiiqaa 20 kan waliin dabarsan hoogganaan kun amma maatii fi hawaasa irraa kophaatti of baasaniiru -hanga guyyaa 14 ta'utti.

Gaafii fi deebii guutuu caqasaa

Dhimma Koronaa Vaayrasii Laalchisee Marii Hoogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa Wajjin
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:23 0:00


XS
SM
MD
LG