Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kan Dinbilaala Daaku Isa Boqqolloo Daakuuf Hin Beeku : Haacaaluu Hundeessaa


Wellisaa Haacaaluu Hundeessaa
Wellisaa Haacaaluu Hundeessaa

Wellisaa Oromoo beekamaa Haacaaluu Hundeessaa guyyaa Kaleessaa jechuun Wiixata Adooleessa 16 bara 2018 magaalaa Finfinnee keessatti gurmuu namoota kudhanii ol ta’aniin lolli itti agaa,amuu isaa raadiyoo sagalee Amerikaaf Ibsee jira.Kun ta’u isaa guyyaa tokko dursee Dilbata darbee galma miliyeenamii keessatti qophii arraara Itiyoophiyaa fi Ertraa irratti wellisuun isaa ni yaadatama.

Wallee isaa kan keessattis akka aangawoonni mootummaa ajjechaan daangaa waliin wal qabatee deemaa jiru dhaabsisaniif gaafatee ture.

Kanaa fi dhimmoota kanatti hidhata qaban irratti Haacaaluu haasoofsiifnee jirra Caqasaa.

Kan Dinbilaala Daaku Isa Boqqolloo Daakuuf Hin Beeku : Haacaaluu Hundeessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:12 0:00

XS
SM
MD
LG