Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Sagalee Kennan Walaba Ta'anii Geggeessan: Taajjabdoota


Wiirtuu filannoo, Finfinnee, Waxabajjii 21, 2021

Filannoo marsaa 6ffaa Itiyoophiyaan gaggeessite kanneen sagalee kennan walba ta’anii kan gaggeessan ta’u, gareen taajjabdoota filannoo kan humna eeggataa Afrikaa Bahaa beeksisee jira.

Gareen taajjabdootaa kun filannoo kan ilaaleen gabaasa dursaa baaseen wiirtulee filannoo harka caalaa keessatti deemsii filannoo haala tasgaba’an gaggeeffame jedhe.

Tsahaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase.

Kanneen Sagalee Kennan Walaba Ta'anii Geggeessan: Taajjabdoota
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:23 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG