Xurree ittiin seenan

Breaking News

Karoora Misoomaa fi Hedduumiina Lakkoofsa Uummataa


Itiyoophiyaa keessatti lakkoofsii heddumiina uummataa fi kan manneenii ituu hin gaggeefamiin duubatti harkifachuun waggoota dhufan kudhaniif biyyattiin akka ittiin hogganamtuuf kan qophaa'ee karoora qajeelfama misoomaa irratti dhiibbaa kan qabu ta'uu ibsamee jira.

Itiyoophiyaan walitti bu'iinsa uummata isheekan kan miliyoona hedduu manaa fi qe'ee irraa godaansiseef jecha hojii lakkoofsa hedduumiina uummataa dubatti harkisaa jirti.

Inni dhumaa bara 2007 keessa jechuun waggaa 13 dura gaggeeffame.

Jaarmayoonni biyya alaa akka tilmaamanti bara keessa jirru 2020 keessatti lakkoofsii hedduumiina uummata Itiyoophiyaa Miliyoona 100 fi Miliyoona 14 ga'eera jedhu.

Harka acaalaan isaa kanneen umriin isaanii 15-64 gidduu akka ta'e Simanyish Yeqoyyee gabaastee jirti.

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG