Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lagi Awaashii fi Haroon Basaqaa Guutuu Jiraattota Naannoo Kuma Hedduu Qehee Irraa Buqqise 


Naannoo magaala Mataharatti lagni Awaash guutee jiraattota hedduu rakkoof saaxileera.
Naannoo magaala Mataharatti lagni Awaash guutee jiraattota hedduu rakkoof saaxileera.

Lagi Awaashii fi Haroon Basaqaa gar malee guutee lola’uun miidhaa geessiseen namoonni hedduun qehee isaanii irra buqqa'uun himamee jira. Lolaan bishaanii kun aanaalee Godina Shawaa Bahaa fii Arisii keessa jiran kanneen Laga Awaashiin wali dangeessan kessaa jiraattota buqqaase.

Balaa kanaan miidhaan walii-galatti mudate bekamuu baatus, Warshaa Sukkaaraa Wanjii qofa irraa namoonni kuma shanii ol buqqa’uu tu himame. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Lagi Awaashii fi Haroon Basaqaa Guutuu Jiraattota Naannoo Kuma Hedduu Qehee Irraa Buqqise
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:25 0:00


XS
SM
MD
LG