Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Hidhaadhaa Hiikamuu Guyyoo Waariyoo Abukaatoon Isaanii Maal Jedhan?


Poolisiin Maaliif Obbo Lidetuu Ayyaalew Hin Hiikiin?

Gaazzexessaan Oromiyaa Miidiyaa Neetwoork OMN Guyyoo Waariyoo wabiidhaan hidhaa irraa gadi dhiifamuu Abukaattoon isaa ibsanii jiru.

Gaazexessaan kun dheengadda birrii 10,000’n mirgi wabii eegameefii gad lakkifamuu abukkaatoon isaa obbo Dajanee Fiqaaduu Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himaniiru.

Gama biraatiin, miseensa Paartii Dimookiraatawa Itiyoophiyaa kan ta’an obbo Lidatuu Ayyaalew akka manni-murtii ajajetti hidhaa waan poolisiin hidhaa dhaa isa hin baasiiniif iyyannoo mirga wabii mana murtii aanaa magaalaa Bishooftuutti dhiyeeffachuu isaanii pireezidaantiin paartichaa kaleessa obbo Adaana Taaddasa ibsaniiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Waa’ee Hidhaadhaa Hiikamuu Guyyoo Waariyoo Abukaatoon Isaanii Maal Jedhan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:07 0:00


Yaadawwan Ilaali (5)

XS
SM
MD
LG