Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lakkoobsi Namoota Ayyaana Irreechaa Irratti Dhumanii Akka malee Dabaluu Dubbata Paartiin Mormituu 


Ayyaanni Irreechaa kaleessa Danqamuutti Aansee Mormiin Itti Fufeera
Ayyaanni Irreechaa kaleessa Danqamuutti Aansee Mormiin Itti Fufeera

Ayyaana Irreechaa Haroo Harsadee irratti kaleessa geggeessame irratti lakkoobsi namoota dabalee jira, jedhu – itti-aanaa dura-taa’aa Koongiresa Federaalawa Oromoo, Obbo Mulaatuu Gammachuu.

Mootummaan Itiyoophiyaa namoota du’aniif, gadda guyyaa sadii labsee jira. Mormitoonni garuu, “kun ga’aa miti, Mootummaan uummata dhiifama gaafachuudhaan, maatiilee namoonni jalaa du’aniif hirpha baasuu qaba.” Jedhan.

Guutummmaa gabaasichaa kana cuqaasaa tii dhagggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG