Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lebaanan Keessatti Hiriirri Mormii Gaggeessame


Magaala galma mootummaa Lebaanan Beeyruut keessatti hiriirrii Kamiisa kaleessaa galgala gaggeeffame irratti uummanni polisoota waliin walitti bu'anii jiru.

Kunis balaa dhohiinsa guddaa lubbuu nama 130 caalaa galaafate sana mormuun ture.

Kamiisa kaleessaa prezidaantiin Faransaayii ennaa Lebaanan daw

atan uummanni mufannaa mootummaa irratti qaban ibsaa turan.

Mootummaan hojii malaamaltummaa gaggeessun bulchiisa dadhabsisuun dingdee biyyatti qarqara kufaatii dinagdeen ga'an jedhu.

XS
SM
MD
LG