Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministarri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis Marsaa Interneetiin Afrikaa Daawwatan 


Ministarri Dhiumma Alaa Yunaayitid Isteetis, Antonii Bilinken, eega muudamanii karaa marsaa interneetii biyyoota Afrikaa daawwatachuun, qophiilee adda addaa irratti irratti argamanii jiran.

Hoogganoota biyyoota lamaa, kan Keeniyaa fi Naayijeeriyaa waliinis dubbatanii jiran.

Ministarri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis Marsaa Interneetiin Afrikaa Daawwatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:28 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

XS
SM
MD
LG