Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Ugaandaa Roobert Kiyaagulaanyii Akka Lakkisuuf Naayiroobiitti Hiriirri Gaggeeffame


Mootummaan Ugaandaa miseensa paarlaamaa biyyattii dheengadda qabaman Roobert Kiyaagulaanyii akka gadhiisuuf harra Keeniyaa Naayiroobiitti hiriirri mormii gaggeeffameera. Hiriira mormii jaarmayaaleen mirgoota namoomaaf falman qopheessan kana irratti lammileen Keeniyaa akkasumas ka Ugaandaa irratti argamaniiru.

Galmoo Daawit dabalata qaba

Mootummaan Ugaandaa Roobert Kiyaagulaanyii Akka Lakkisuuf Naayiroobiitti Hiriirri Gaggeeffame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:51 0:00

XS
SM
MD
LG