Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namoota Haleellaa Boombii Hiriiraa Dr. Abiyyi Irratti Godhameen Shakkaman Irratti Ammas Himannaan Hin Banamne


Hiriira deggerssaa mummicha ministeeraa Dr. Abiyyi Ahmadiif uummanni magaalaa Finfinnee fi naannoo ishee irraa waltajjii masqalaatti ba’e ture irratti haleellaa bombii dhaqqabee lubbuu nama lamaa tee kanneen dhibba tokko caalan midhamanii turan.

Haleellaa bombii Kanaan namoota shakkaman irratti abbaan alangaa mummichi himannaan banuuf ture sababaa garee qorattootaa kan polisii qorannaa guutuu hin dhiyeessineef jecha danqamuu isaa ibsamee jira.

Kanaaf polisiin waan hanqatee guyyaa torba keessatti guutuun akka dhiyeessuuf manni murtii ajaja kennee jira.

Gabaasa guutuu caqasaa

Shakkamtoota Irratti Himannaan Hin Banamiin Hafe
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:23 0:00

XS
SM
MD
LG