Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mul'lata Qaban Hojiitti Hiikuuf Tattaafachuun Barbaachisaa Dha: Giiftii Aagaa


Giiftii Aagaa
Giiftii Aagaa

Dargaggoonni hedduun mana barnootaa isaanii fi hawaasa keessatti hirmannaa qabaniin yeroo adda addaatti mana barnoota fi dhaabolii beekamoo darbee illee mootummaa dhaan beekkamtii ni argatu.


Gumaacha isaan hawaasa keessatti qaban, hirmannaa isaan mana barnootaa keessatti qaban akkasumas fakkeenyummaa isaan hiriyoota isaanii biratti gama barnootaa fi hojii isaaniin qabaniin kan ka’e kollejii ennaa dhqan shcholarship akkasumas badhaasa adda addaa illee ni argatu.

Kanneen akkasiin dhaaba beekamaa tokkoon beekamtii kan argtte, as US kutaa PA ka jiraattu shamarree Giiftii Aagaa Keessummaa keenya har’aa ti.

Mul'lata Qaban Hojiitti Hiikuuf Tattaafachuun Barbaachisaa Dha: Giiftii Aagaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:40 0:00


XS
SM
MD
LG